Ibsa waa'ee suuraa, Manguddoota Booranaa yeroo sirna Gadaa. 18 Amajjii 2021 Hariiroo waliin jireenya namootaa keessatti namni tokko itti yaadees haa ta'u tasa lubbuu nama kan biraa balleessuu dandaha.
Wiirtuun ajjeechaa Jumlaa warra Yihuudota (Jewish) irratti raawwate yaadachuuf hundaa'e yeroo ajjeechaan suni raawwatamaa turetti namoota kuma 28 ta'an kanneen Juwiishota hin taane, garuu lubbuu ofii ...
Kaansariin gadameessaa ittifamuu danda'a, garuu yoo daftee qabatte qofa. Dhiibbaan aadaa fi kan dhuunfaa yeroo baayyee dubartoonni qorannoo kaansarii gadameessaa irraa akka fagaatan taasiseera. Amma ...